AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA
Install Now
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA
AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA

Akkaataa Salaata Nabiyyichaasaw wuduu waliin barreeffamaan kan qophaee

Developer: Ethiomapps
App Size: Varies With Device
Release Date: Feb 2, 2020
Price: Free
Price
Free
Size
Varies With Device

Screenshots for App

Mobile
Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee of kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.
Show More
Show Less
More Information about: AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA
Price: Free
Version: 5.0
Downloads: 28541
Compatibility: Android 4.0.3
Bundle Id: com.ethiomapps.salaatanabiyyichaa
Size: Varies With Device
Last Update: 2021-02-28
Content Rating: Everyone
Release Date: Feb 2, 2020
Content Rating: Everyone
Developer: Ethiomapps


Whatsapp
Vkontakte
Telegram
Reddit
Pinterest
Linkedin
Hide