Waamichi afaan Oromootiin godhame kun sagalee guddaa hayyoota baay’eedhaan waraabamee amantii Islaamaa, barumsa sirrii, seenaa jireenyaa Nabiyyii, waaqa tokkicha, fi saayinsii biroo barriersiisuu kan of keessatti hammatedha.
1: Da'awaa Afaan Oromoo offline
* Arbaiina hadiisa Afurtam
* Sifatu Salaatinnabiyy
* Ibsa Karaa Nabiis Sharhussunnaa
* Aqiidaa Waasixiyyaa
2: Da'awaa Afaan Oromoo online
* Qur'aana MP3 Afaan Oromoo
* Barnoota adda addaa
* Arbaiina hadiisa Afurtam
*Kitaaba towhiidaa
* Hundeelee sadeen
* Barnoota zakaa
* Ulaagaalee salaataa
* Barnoota Hadiisa filatamaa
* Barnoota hajjiifii umraa
* Badiilee gurguddoo
* Gorsa barbaachisaa
* Hi Iikkaa gabaabaa fi salphaa Qur'aana kabajamaa
* Gorsa qur’aanaa irraa
*Sunaan Ibnu Majaah
*Kitaaba Beyquunaa
* Ibsa Sahiiha Bukhaarii
* Bultii Islam
*Egala Riyada